Luke 8:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyiin dhibiin lafa dhakittii irra buutee, yennaa mudhiisa jalqadde, biyyeen jiidha waan hin qanneef godde.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari lafa d'akha gubba jigani, baanaani gogogani waan jiid'a d'abaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii lafa dhakaa gubbaatti jiganii, baanaan waan jiidha dhabaniif gogogaan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sanyiin gariin lafa biyyee guddaa hin qabne dhagaa irratti bu'ee hennaa mute, waan jiidha hin qabneef hin goge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sanyiin gariin lafa biyyee guddaa hin qabne dhakaa irratti bu'ee hennaa mute, waan jiidha hin qabneef hin goge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyiin bira'aa'llee lafa dhagaalessa irratti ni bu'e, yeroo bayetti'llee laftti jiidha waan hin qabnneef, biqilli ni goge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin dhibiin lafa dhakittii irra buutee, yennaa mudhiisa jalqadde, biyyeen jiidha waan hin qanneef godde.