Luke 8:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyiin dhibiin qoree keessa buutee, qoreen woliin guddattee huute.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani gari qorati keesa jigani, qoratiini woliini baate qanch'arsite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan garii qoraattii keessatti jiganii, qoraatin waliin baatee qancarsite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka biraa qoree keessatti bu'e qoreen woliin mutee hudhee qabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka biraa qoree keessatti bu'e qoreen woliin mutee hudhee qabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanyiin bira'aa'llee qoree jiddu'utti ni bu'e, qoreen'llee woliin guddatteeti hudhee ni hanbbiseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin dhibiin qoree keessa buutee, qoreen woliin guddattee huute.