Luke 8:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti Yesuusii hiikkaa mammaasa kanaa isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yeso isa gaafate waan jed'e, Mammaasi kunini maani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii isaa, “Mammaassii kunin maan?” jedhee isaa gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa, «Hiikkaan mammaaka kanaa maali'i?» jedhaanii Yesuusiin gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaallee hiikkaan mammaaka kanaa maali'i jedhaanii, Yesuusiin gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa Yesusiin, «Hiikkaan fakkeenna kanaa maali'i?» jedhanii ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti Yesuusii hiikkaa mammaassa kanaa isa gaafatane.