Luke 9:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan marroo waan kanaa yennaa dhageette, isa hordotte. Innille isaan fudhatee, marroo mootummaa Waaqaa barsiisee, worra dhibee irraa fayyiisi barbaachiselle fayyise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini waan kana d'ageennaani isa gula yaate. Inni worraani, Gadi hiiqa jed'e, waan Finna Waaqa worrati odeese, nama fayya d'abe fayyise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin waan kaan dhageennaan isa gula yaatee, innii warraan, “Garana gad hiiqaa” jedhee, waan Mootummaa Waaqaa warratti himee, nama fayyaa dhabe ka fayyuu maleellee fayyise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumiin akka inni Yesuusiin ta'e beekanii isa faanaa deeman. Inni isaan simatee waan jeennata Rabbii isaanitti hima'aa ture. Worra fayyuun isaan barbaachisullee hin fayyise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumiinillee akka inni Yesuusiin ta'e beekanii isa faanaa deeman. Innillee isaan simatee waan jeennata Rabbii isaanitti hima'aa ture. Worra fayyuun isaan barbaachisullee hin fayyise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni'llee Yesus eessa akka jiru yeroo beeketti ni horddofaniin, inni'llee isaan ufitti fudhatee waayee Mootummaa Waaqaa isaan ni barsiise, dhukkuba irraa fayyu'uuf barbaadanii dhukubbisatoota dhufan maraa, isaan ni fayyise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marroo waan kanaa yennaa dhageette, isa hordotte. Innille isaan fudhatee, marroo mootummaa Waaqaa barsiisee, worra dhibee irraa fayyiisi barbaachiselle fayyise.