Luke 9:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti akkuma inni jedhe nama maraa teessisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasi tolchani, worra ch'ufa teteesisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii akkuma innii jedhe tolchee, nama cufa teteessise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee akkuma inni godhaa jedhe maraa teessisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee akkuma inni godhaa jedhe maraa teessisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee, akkuma inni isaan ajajetti namoonni akka ta'an ni taasisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti akkuma inni jedhe nama maraa teessisane.