Luke 9:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba mootummaa Waaqaa akka lallabanuu fi worra dhibamaa akka fayyisanu erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worra erge aka Finna Waaqa odeesani fayyad'abale fayyisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee akka Mootummaa Waaqaa himaanii fayyidhaballee fayyisan warra erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka jeennata Rabbii lallabaniif, akka dhukkubsattoota fayyisan akkana jedhee isaan erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jeennata Rabbii akka lallabaniif dhukkubsattoota akka fayyisan akkana jedhee isaan erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhufaatii Mootummaa Waaqaa nama maratti akka himan, dhukkubisatoota akka fayyisaniif isaan ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootummaa Waaqaa akka lallabanuu fi worra dhibamaa akka fayyisanu erge.