Luke 9:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Isin hoo eennu anaan jettan?” jedhee isaan gaafate. Pheexroos deebisee, “Ati Masiihii Waaqaa ti” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Ammo isani eennu naani jettani? Petroni waan jed'eeni, Atini Kristo ka Waaqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo warraan, “Isan hoo, eennu naan jettan?” jedhee gaafatee, Phexros, “Atin Kiristoo Waaqaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Isin hoo eennu naan jettan?» jedhee isaan gaafate. Pheexroos deebisee, «Ati Kiristoosii Rabbiiti» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Isin hoo eennu naan jettan?» jedhee isaan gaafate. Pheexroos deebisee, «Ati Kiristoosii Rabbiiti» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin hoo anaan, «Eennu naan jettan?» jedhee, isaan ni gaafate, Phexiros'llee, «Ati Masihii Waaqaati» jechu'uun, ni deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Isin hoo eennu anaan jettan?» jedhee isaan gaafate. Pheexroos deebisee, «Ati Masiihii Waaqaa ti» jedheen.