Luke 9:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus waan kana eennulle'etti akka hin hinne jabeessee isaan ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni worrati seere, Nama tokoleti dubbi tana inhimina jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii warratti seeree, “Nama tokkoolleetti dubbii tana inhiminaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo, «Ilmi Namaa manguddoota biyyaa, bulchoota gadootaatii fi barsiisota seeraatiin tuffatamee guddisee rakkata, hin ajjeefama, guyyaa sadeesso'ootitti hin ka'a» jedhe. Waan kana ammo eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo, «Ilmi Namaa manguddoota biyyaa, bulchoota gadootaatii fi barsiisota seeraatiin tuffatamee guddisee rakkata, hin ajjeefama, guyyaa sadaffa'aatitti hin ka'a» jedhe. Waan kana ammoo eennuttillee akka hin himne jabeessee isaan seere.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee kana eennutti'llee akka isaan hin dubbanneef, cimssee isaan ufi ni eeggachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus waan kana eennulle'etti akka hin hinne jabeessee isaan ajaje.