Luke 9:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus waan kana dubbatee, gara guyyaa saddeetiitiin duuba Pheexroos, Yohaannisii fi Yaaqoob fudhatee daadimatiisaaf gara gaaraa ol baye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi dubbi tana, haga torbaani toko teennaani, Yesoni Petrofi Yohanafi Yakobo yaame aka Waaqa kad'atani gaara woliini Korani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus eegii tana dubbatee, haga guyyaa saddeettii teennaan, Phexrosii, Yoh. annnisii fi Yaaqoob yaamee akka Waaqaa kadhatan gaara waliin koran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus haga dubbii kana dubbateen maayessa guyyaa saddeetii turee Pheexroosiin, Yohaannisii fi Yaaqoobiin qabatee faateffachu'uuf gara gaaraa baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus haga dubbii kana dubbateen maayessa guyyaa saddeetii tureet Pheexroosiin, Yohaannisiif, Yaaqoobiin qabatee faateeffachu'uuf gara gaaraa baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana eega dubbate guyya saddeetiin duubatti Phexiros, Yohaannisii fi Yaaqoobiin ufi duukaa qabatee kadhachuuf, gara gaara tokkoo irra ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus waan kana dubbatee, gara guyyaa saddeetiitiin duuba Pheexroos, Yohaannisii fi Yaaqoob fudhatee daadimatiisaaf gara gaaraa ol baye.