Luke 9:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “Ideemiisa kara'aatiif womaa hin qabatina'a: ulee yookiin korojoo, galaa yookiin beesee, woyaa uffattane malee ta dhibii hin qabatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Woreega karaa imfud'atiina, ulele, subbale, qit'ale, horile, kooti lamale imfud'atiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Wareega karaa, uleellee, subbaallee, qixxaallee, horiillee, hubbaaraa lamaallee hinfudhatinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ulee, korojoo, buddeenaa fi birriillee yoo ta'e hennaa imala deemtan womaa harkatti hin qabatinaa'a. Ka uffattan sanii achi waan biraa harkatti hin qabatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ulee, korojoo, buddeenaaf birriillee yoo ta'e hennaa imala deemtan womaa harkatti hin qabatinaa'a. Ka uffattan sanii achi ka biraa harkatti hin qabatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Adeemissa keessaniif ka ta'u womaayyuu hin qabatinaa, ulee'llee yoo ta'e, qaraciitii'llee yoo ta'e, dhalee'llee yoo ta'e, qarshii'llee yoo ta'e, uffatuma jijjiirataa'llee yoo ta'e hin qabatinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Ideemiisa kara'aatiif womaa hin qabatina'a: ulee yookiin korojoo, galaa yookiin beesee, woyaa uffattane malee ta dhibii hin qabatina'a.