Luke 9:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dedhuma namooti lamaan Muuse'ee fi Eliyaas isa woliin dubbatiisatti jiranuun dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro tokotu nami lama gadi mullate isa woliini hasae; worri suni Musafi Eliya.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoosuma namii lama achitti mullatee isa waliin haasa'e. Warrii sun Musee fi Eliyaas.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san namoonni lamaan, Muuse'ee fi Eeliyaas isa woliin dubbata'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san namoonni lamaan, Muuseef Eeliyaas isa woliin dubbata'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunnoo, dimmaa namoonni lamaa dhufanii isa woliin ni haasayan ture, isaan'llee Muse'ee fi Eliyaasiin ni turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dedhuma namooti lamaan Muuse'ee fi Eliyaas isa woliin dubbatiisatti jiranuun dhaggane.