Luke 9:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroosii fi worri isa woliin jiranu dunquuqquu hirriiba irra jiran; yennaa dammaqane ammoo ulfinna Yesuusiitii fi namoota lamaan ka isa woliin dhaabbatiisatti jiranu dhaggane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Petrofi jari isa woliini jiru kaani guddo mugani, ammo kaanaani guddinna Yesotiifi nama lama ka isa woliini ejaanju argani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoos Phexrosii fi jarii isa waliin jiru kaan guddoo mugan; dammandhaan ammoo guddinna Yesusitii fi nama lama ka isa waliin ejaajju argan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo Pheexroosii fi worri isa woliin turan hirribni waan isaan qabeef rafa'aa turan. Hennaa dammaqan ammo ulfinna Yesuusiitii fi namoota lamaan isaan woliin dhaabata'aa turan sanniin argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo Pheexroosiif worri isa woliin turan hirribni waan isaan qabeef rafa'aa turan. Hennaa dammaqan ammoo ulfinna Yesuusiitiif namoota lamaan isaan woliin dhaabata'aa turan sanniin argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Phexirosii fi waahellan isaa hirribaan injifatamanii rafanii ture, yeroo damaqanitti garuu, ulfinna Yesusiitii fi namoota isa woliin turan lamaanii, ni argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroosii fi worri isa woliin jiranu dunquuqquu hirriiba irra jiran; yennaa dammaqane ammoo ulfinna Yesuusiitii fi namoota lamaan ka isa woliin dhaabbatiisatti jiranu dhaggane.