Luke 9:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo inni dubbatiisatti jiruu, duumensi dhufee gaaddisa ifiitiin isaan golle; barattootille duumensa keessa yennaa seenane sodaatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni akasi jed'u dumansi d'ufe worrati gaadiseese, worri dumansa seennaani sodaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii akkas jechuu jiruu duumansii dhufee warratti gaadiseessee, warrii duumansa duunnaan sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu inni kana dubbata'aaru duumessi dhufee isaan golge. Haga duumessi isaan golge hin sodaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu inni kana dubbata'aaru duumessi dhufee isaan golge. Haga duumessi isaan golge hin sodaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Uduma Phexiros kana dubbata'aa jiru duumessi dhufee isaan ni golge, duumessi'llee yeroo isaan golgetti'llee ni sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo inni dubbatiisatti jiruu, duumensi dhufee gaaddisa ifiitiin isaan golle; barattootille duumensa keessa yennaa seenane sodaatane.