Luke 9:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Duumensa keessaa, “Kun ilma kiyya, ka ani filadhe; isa dhage'aa!” qoonqoon jettu dhage'ante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqooni dumansa keesaa baate waan jette, Kunini Ilma kiyya, ka anini fohad'e; isa ch'aqasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoon duumansa keessaa baatee, “Kunin ilma kiyya, ka anin foohadhee, isa caqasaa!” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duumessa keessaa laagaan, «Kun Ilma kiyya, ka Ani filadhe; isa dhagayaa'a!» jedhu dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Duumessa keessaa, «Kun Ilma kiyya, ka Ani filadhe; isa dhagayaa'a!» laagaan jedhu dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Duumessa keessan'llee, «Ilima kiyya ka ani filadheen kana, isa dhageeffadhaanii» qooniqqi jedhu, ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duumensa keessaa, «Kun Ilma kiyya, ka ani filadhe; isa dhage'aa!» qoonqoon jettu dhage'ante.