Luke 9:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa itti aanuu Yesuusii fi barattooti isaa sadiin yennaa gaara irraa gad bu'anu, gumiin guddoon Yesuusiin wol dhaggite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya gaara iraa buunaani gumiini guddooni Yesoti baate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Boriyyaa gaara irraa buunaan gumiin guddoon Yesusiin wali argite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga lafti bariite gaara gubba'aa hennaa bu'an, banii heddutu isaan wol arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga lafti bariite gaara gubba'aa hennaa bu'an, banii heddutu isaan wol arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyya itti aanutti'llee Yesusii fi barattoonni isaa sadiin gaara irraa yoo bu'anitti, ummanni baayi'een gara Yesusii ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa itti aanu Yesuusii fi barattooti isaa sadiin yennaa gaara irraa gad bu'anu, gumiin guddoon Yesuusiin wol dhaggite.