Luke 9:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni hamaan dedhuma itti ka'aa iyyisiisa, lafatti isa dhowee wixirachiisee, afaan isa hoomacheessa; miidhaa tureen duuba farra jaddu'uun gad lakkisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo jinniini ira galtu inni iniya; ammalle isa hargufti haga inni afaaniini homachauti, duuba yoosu illakiftu haga isa gaargalchituti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii yo jinniin irra galtu iniyya; hoomachatti afaanii yaa'a, inhargufama, ammallee lafaan ufii dhaaneetti dhidhiitata, duuba, jinniin haga isa gaargalchituutti yoosuu hinlakkiftu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jinniin hoomacheessa'aa, kuffisee, gangalcha'aa, hollachiisa'aa rakkisaan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jinniin homacheessa'aa, kuffisa'aa, gangalcha'aa, hollachiisa'aa rakkisaan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kunoo hafuurri battiin dimmaa qabeenii ni iyyisiisaan, lafa irratti kuffiseenii hoomacha ni hoomacheeseenii, ni wixxifachiisaan, qaama isaa'llee madeessaa rakkinnaan gad dhiisaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni hamaan dedhuma itti ka'aa iyyisiisa, lafatti isa dhowee wixirachiisee, afaan isa hoomacheessa; miidhaa tureen duuba farra jaddu'uun gad lakkisa.