Luke 9:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mana seentanu maratti, qachaa sanii baatanee haga deentanutti achuma tura'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana olduuddani ch'ufa achuma tataa haga kaatani yaataniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana olduuddan cufaa haga kaatanii yaataniitti achuma tataa'aa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana keessummummaa dhaxxan san haga gaafa achii baataniif achuma taa'aa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mana keessummummaa dhaxxan san haga gaafa achii baataniif achuma taa'aa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka keessumumma'aan aseenttan marattuu, ganda san keessaa baatanii haga deemittanitti achumatti turaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana seentanu maratti, qachaa sanii baatanee haga deentanutti achuma tura'a.