Luke 9:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani akka barattooti teeti baasanuuf kadhadhe; isaan ammoo hin dandeenne” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jara kanketiini, keesaa baasa jennaani dad'abani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka keessaa baasan jara kankee kadhadhee, warrii ammoo keessaa baasuu dadhabe” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoota teellee akka isa keessaa baasan kadhadhee ture, isaan ammo keessaa baasuu hin dandeenne» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota teellee akka isa keessaa baasan kadhadhee ture, isaan ammoo keessaa baasuu hin dandeenne» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuura battii akka isaa baasaniif'llee barattoota kee gaafadhee ture, garuu isaan hin dandeenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka barattooti teeti baasanuuf kadhadhe; isaan ammoo hin dandeenne» jedhe.