Luke 9:41 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Isin dhaloota dhugeeffannaa hin qannee fi jalliyyee kana! Haga yoomii isin woliin jiraadha? Haga yoomii isin ossadha? Me mucaa keeti as fidi” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Ee, d'aloota daallicha ka woma ind'ugefanne, anini ganna hagami isani woliini tae obsu male? Ilma kanke armaani kooti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Ee'ee dhaloota mataa jajabaa, ka homaa hindhugeeffanne, anin haga yoom isan waliin taa'ee obsuu male? Ilma kankee armaan kootti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin worra hin amanne dhaloota dabaa; haga yoomii isin woliin jiraadha? Haga yoomii isinii obsa? Namichaan, «mee ilma kee as fidi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee deebisee, «Isin worra hin amanne dhaloota dabaa, haga yoomii isin woliin jiraadha? Haga yoomii isinii obsa? Namichaan mee Ilma kee as fidi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana ni jedhe, «Isin worra amantii hin qabnne dhaloota dabaa nana! Haga yoomii titti isin woliin jiraadhaa? Haga yoomii titti'llee isiniif obissa? Mee mucaa kee garana fidiin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Isin dhaloota dhugeeffannaa hin qannee fi jalliyyee kana! Haga yoomii isin woliin jiraadha? Haga yoomii isin ossadha? Me mucaa keeti as fidi» jedhe.