Luke 9:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo mucaan gara Yesuusii dhufiisaatti jiruu, ayyaanni hamaan lafatti isa dhowee wixirachiise. Yesuus ammoo ayyaana hamaa san xixee, mucaa fayyisee, abbaa isaatiif deebisee kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni d'ufu, jinniini lafaani isa d'oofte hahargufte. Ammo Yesoni jinni hamtu suni d'owe, gurba fayyise abba isati deebise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii gara Yesus dhufuu jiruu jinniin lafaan dhooftee dhidhiitachiichee, Yesus ammoo jinnii hamtuu sun dhowwee, gurbaa fayyisee abbaa isaatti deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa itti dhiyaate jinniin kuffisee dhidhiitachiise. Yesuus ammo ayyaana hamaa teedeffatee mucaa fayyisee abba'atti deebisee kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa itti dhiyaate jinniin kuffisee dhidhiitachiise. Yesuus ammoo ayyaana hamaa teedeffatee, mucaa fayyisee abba'atti deebisee kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mucaan'llee gara Yesusii yeroo dhiyaatetti jinnii lafa irratti kuffisee ni wixxifachiiseen, Yesus garuu hafuura batti'itti ni baanate, mucaa'llee fayyisee, abbaa isaatii ni kenneen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo mucaan gara Yesuusii dhufiisatti jiruu, ayyaanni hamaan lafatti isa dhowee wixirachiise. Yesuus ammoo ayyaana hamaa san xixee, mucaa fayyisee, abbaa isaatiif deebisee kenne.