Luke 9:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan marti guddinna hunna Waaqaa baaseffatte. Kolbaan martinuu waan Yesuus hojjate maraa adoo maalalfattuu, inni barattoota ifiitiin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akasiini nami ch'ufti waan humna Waaqa arge maadefate. Ammo ato nami ch'ufti waan inni tolche maadefatu, Yesoni waan jara isatiini jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba akkasiin namii cuftii humna Waaqaa argee maadeffate. Adoo namii cuftii waan innii tolche maadeffachuu jiruu, Yesus jara isaatiin,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu guddinna hunna Rabbii maalalan. Isaan maruu waan Yesuus godhe uduu baaseffatan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan maruu guddinna hunna Rabbii maalalan. Isaan maruu waan Yesuus godhe uduu baaseffatan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni marri'llee huminna Waaqaa ol aanaa ariguu isaaniitiin ni maalalan. Marrinuu waan Yesus raawwate maalffachuu irra uduu jiran, inni barattoota isaatiin akkana ni jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan marti guddinna hunna Waaqaa baaseffatte. Kolbaan martinuu waan Yesuus hojjate maraa adoo maalalfattuu, inni barattoota ifiitiin,