Luke 9:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Dubbii ani isinitti himu tana gurratti fudhadha'a! Ilmi namaa dabarfamee harka ilmaan namootaatitti hin kennama” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini tuni gurra keesani keesa ha seentu! Ilma Nama harka namati kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Dubbiin tun gurra keessan keessa ha seentuu! Ilma namaa harka namaatti kennan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasootaan, «Ilmi Namaa harka namaatitti dabarfamee waan kennamuuf isin kana gurra keessanitti qabadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasootaan, «Ilmi Namaa harka namaatitti dabarfamee waan kennamuuf isin kana gurra keessanitti qabadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Dubbii isinitti dubbata'aa jiru kana hubadhaa onne'etti qabadhaa! Kunoo, Ilmi Namaa harka namootaa titti dabarffamee ni kennama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dubbii ani isinitti himu tana gurratti fudhadha'a! Ilmi namaa dabarfamee harka ilmaan namootaatitti hin kennama» jedhe.