Luke 9:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattoota oddu'utti isaan keessaa ka caalu eennu akka te'e wol mormiin kaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri nuu kana keesa eennuti gudda? jed'e wolmorme.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii, “Nuu kana keessaa eennuutti guddaa?” jedhee walmorme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa eentu eennuun akka caalu beeku'uuf jedhanii mormiin isaan jiddu'utti ka'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa eentu eennuun akka caalu beeku'uuf jedhanii mormiin isaan jiddu'utti ka'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa, «Nu mara keenna ka caalu eennu?» jechu'uun, mormmii kaasanii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattoota oddu'utti isaan keessaa ka caalu eennu akka te'e wol mormiin kaate.