Luke 9:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yaada isaanii beekee, daa'ima tokko fuudhee, cinaa ifii dhaabbachiisee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni herega garaa worraa arginaani daima toko fuud'e ufi bira teesise,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo herrega garaa warraa arginaan daa'ima tokko fuudhee ufi bira teessisee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus yaada garaa isaanii beekee, daa'ima tokko fuudhee qabee uf bira dhaabsisee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus yaada garaa isaanii beekee, daa'ima tokko fuudhee qabee uf bira dhaabsisee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu yaada onnee isaanii beekee, daa'ima tokko fidee ufi bira ni dhabachiiseen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee, daa'ima tokko fuudhee, cinaa ifii dhaabbachiisee,