Luke 9:48 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
isaaniin, “Daa'ima kana maqaa kiyyaan ka fudhatu ana fudhata; ka ana fudhatu, ka ana ergelle fudhata. Nami isin maraa keessaa gade'ee isin maraa caala” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan worraani jed'e, Nami daima kana maqa kiyyaani jabeesu ya nale jabeese; nami naa jabeesu ch'ufti ka na erge jabeesa. Wonti akanatiifi nama isani keesa ch'ufa ira diqaati isani ch'ufa ira gudda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warraan, “Namii daa'ima kana maqaa kiyyaan jabeessu ya nallee jabeesse; namii na jabeessu cuftii ka na erge jabeessa; nama isan keessaa cufa irra diqqaatti isanii cufa irra guddaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eennullee ka daa'ima kana maqaa kiyyaan simatu na simata. Ka na simatu maruu ka na erge simata. Ka isin maraa irraa gad aanu inni sun maraa caala» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eennullee ka daa'ima kana maqaa kiyyaan simatu na simata. Ka na simatu maruu ka na erge simata. Ka isin maraa irraa gadi aanu inni sun maraa caala» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Daa'ima kana maqaa kiyyaan ka ufitti fudhatu marrinuu ana ufitti ni fudhata, ana'llee ka ufitti fudhatu marrinuu ka ana erge ufitti fudhata. Isin jiddu'uu ka isin mara irra diqqaatu, inni ka maraa caalu ni ta'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, «Daa'ima kana maqaa kiyyaan ka fudhatu na fudhata; ka ana fudhatu, ka na ergelle fudhata. Nami isin maraa keessaa gade'ee isin maraa caala» jedhe.