Luke 9:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yohaannis deebisee, “Barsiisa'a, namichi tokko maqaa keetiin durriisota baasuun dhagginee, waan inni golii teenna te'uu dhabeef, isa dhooggine” Yesuusiin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yohanani waan jed'eeni, Aabbo, nama toko ka jinni maqa kanketiini baasu argine, duuba isa d'owine maro inni nama keenna intahiiniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoh. aannis, “Aabboo, nama tokko adoo innii jinnii maqaa keetiin baasuu arginnee, waan innii nama keenna hinta'iiniif, dhowwinne” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yohaannis deebisee, «Barsiisaa'a, namichi tokko maqaa keetiin uduu jinnii baasu arginee, inni waan keenna hin taaneef dhooggineen» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yohaannis deebisee, «Barsiisaa'a, namichi tokko maqaa keetiin uduu jinnii baasu arginee, waan inni keenna hin taaneef, dhooggineen» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yohaannis Yesusiin, «Yaa barsiisaa, naminni tokko maqaa keetiin hafuurota yoo baasu ni argineen, garuu nu'u woliin waan hin ta'iniif, ni dhoogineen» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yohaannis deebisee, «Barsiisa'a, namichi tokko maqaa keetiin durriisota baasuun dhagginee, waan inni golii teenna te'uu dhabeef, isa dhooggine» Yesuusiin jedhe.