Luke 9:52 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara ollaa Samaariya'aa dhaqanee waan mara akka isaaf qopheessanuuf, inni ergantoota ifiin dura erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ufi dura erge, ka deeme olla Samaria toko seene fulla isaa mid'aasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama deemee ollaa Samaariya tokko seenee fulaa isaa qopheessu ufi dura erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara qachaa Samaariya'aa dhaqanii waan maraa akka isaa qopheessaniif worra dhaamsa geessan erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara qachaa Samaariya'aa dhaqanii, waan maraa akka isaa qopheessaniif worra dhaamsa geessan erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan durana durssanii ka deeman ergamoota ni erge, isaan'llee waan maraa qopheessu'uuf, samaariya'atti gara ta argamittuu gara ganda tokkoo ni dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara ollaa Samaariya'aa dhaqanee waan mara akka isaaf qopheessanuuf, inni ergantoota ifiin dura erge.