Luke 9:54 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti isaa Yaaqoobii fi Yohaannis waan kana yennaa dhaggane, “Gootta'a, ibiddi ol-gubbaa irraa bu'ee akka isaan balleessu akka ajanyu hin eeyyantaa?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jari isaa Yakobofi Yohanani waan kana arginaani waan jed'ani, Aabbo, aka nu ibida gadi yaamne worra kana ch'ufa balleesinu feeta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isaa Yaaqoobii fi Yoh. aannis waan kana arginaan, “Aabboo, akka nu ibidda gad yaamnee warra kana cufaa balleessinu feetaa?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni isaa Yaaqoobii fi Yohaannis hennaa waan kana argan, «Gooftaa'a, akkuma Eeliyaas godhe ibiddi sami'ii bu'ee akka isaan balleessu akka ajanyu maarre nuu jettaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni isaa Yaaqoobii fi Yohaannis waan kana hennaa argan, «Gooftaa'a, akkuma Eeliyaas godhe ibiddi sami'ii bu'ee akka isaan balleessu akka ajanyu maarre nuu jettaa?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa Yaaqoobii fi Yohaannis kana yeroo arganitti, «Yaa Gooftaa! Sami'ii ibiddi bu'ee namoota kanniin akka gubu akka ajajinuuf nuuf eeyyami?» ni jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti isaa Yaaqoobii fi Yohaannis waan kana yennaa dhaggane, «Gootta'a, ibiddi ol-gubbaa irraa bu'ee akka isaan balleessu akka ajanyu hin eeyyantaa?» jedhane.