Luke 9:56 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan gara ollaa dhibi'ii ka'anee deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
olla d'ibiti dabrani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ollaa dhibiitti dabran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isaan achii ka'anii gara qachaa biraa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa isaan achii ka'anii gara qachaa biraa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achii'llee ka'anii gara ganda bira'aa, ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan gara ollaa dhibi'ii ka'anee deemane.