Luke 9:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri dhibiin Eliyaas mudhateera, worri dhibiille raagota durii keessaa tokkochatti du'aa ka'eera jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari, Eliyaani ya mullate jed'e, ammo ka gari, Raagi duri toko yayu duisa keesaa kae jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
namii garii ammoo Eliyaas ya mullate jedhee, ka garii ammoo, raagota durii keessaa tokko yaayyuu ka'e jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuuwwan ammo Eeliyaasitu mudhate, kuuwwanillee Raattota duraa keessaa tokko ka'eera jedha'aa waan turaniif mame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kuuwwan ammoo Eeliyaasitu mudhate, kuuwwanillee Raattota duraa keessaa tokko ka'eera jedha'aa waan turaniif mame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana tokko tokko, «Nabiyyichi Eliyaas deebi'ee dhufee jira» yoo jedhan, kuunniin ammoo, «Nabiyyoota duraanii keessaa tokkochi du'aa ka'ee jira» ni jedhan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri dhibiin Eliyaas mudhateera, worri dhibiille raagota durii keessaa tokkochatti du'aa ka'eera jedhane.