Malachi 1:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Ato tiyya, isani nami toko balbala Mana Waaqaa ch'ufa, aka ibida woma isani imbaane fulla sorio iti naa baasaniti imbobeesine. Anini isani iraa gammade waan isani naa baaftani imfud'ad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa hulee ciinca'aa kiyya irratti ka ibidda duwwaa itti bobeessitanii mannaa maal isin keessaa namni balbala mana woyyu'uu cufu tokko uduu argame! ani waan isinitti hin gammanneef kennaa isin naa dhiyeessitan hin fudhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isinitti hin gammadu; ciincaa isin naaf ciincessitanu isin irraa waan hin fudhanneef, akka isin addee ciincaan kiyya itti ciinceffamu irratti ibidda hin gabbinne, maaloo nami isin keessaa balbala Galma Waaqaa cufu adoo jiraatee!