Malachi 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqaani kiyya, gosa ch'ufa durati, ka haga muumme lafa tana eje taaniti eju, inguddata. Ammalle fulla ch'ufa maqa kiyyafi hit'aana aarsani sorio qulqullo baasani. Wonti akanatiifi maqaani kiyya gosa ch'ufa durati gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin adunyaa irra jiru maruu qacce'ee haga qacce'ee ulfinna naa kennan hulee kamittuu hixaana aarsa'aa ciincaa qulqulluu naa dhiyeessan; baniin maruu na kabajja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan kiyya gosa biyya adda addaa oddu'utti baya adu'uu irraa haga seensa adu'uutitti guddaa hin te'a; maqaan kiyya gosa biyya adda addaa oddu'utti guddaa waan te'eef, addee maratti ulfinna maqaa kiyyaatiif hixaannii fi kennansi qulqulluun hin dhikeeffama.