Malachi 1:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dabdichi ka hori dansa sorio suni male ree ufii keesa qabu, ka hori sorio himmalle naa baase, ha abaaramu. Wonti akanatiifi anini hayyu gudda, ka lafafi nami ch'ufti d'eetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani mootii gudda'a; maqaan kiyyallee banii biratti ka kabajjame waan ta'eef namni hoolota ufii keessaa uduu korbeessa hoola'aa qabu waan woreega qabatee korbeessa mudaa qabu ciincaa naa dhiyeessu inni ka abaarame!» jedha Waandhi banii maraa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hoolee ifii keessaa korbeessa fafa hin qanne ka ana Mootii Waan Maraatiif waadaa galeeru adoo qabuu, addee isaa horii fafa qabu sobaan dhikeessu ka abaarame te'uu ti! Ani mootii guddaa waan te'eef, maqaan kiyya gosa biyya adda addaa keessatti sodaatamaa hin te'a» jedha Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade.