Malachi 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Esau jibbe. Anini layu lafa isaa ta gaareeni balleese waan inni qabu ch'ufa bineensa alati lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eesawuu ammo hin jibbe; biyya Eesawuu'u ka gaarranii gara lafa onaatitti jijjiire; lafa isaa ta jeedallan keessa burraaxxu godhe» jedhee deebisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Esaawuu ammoo jibbe. Biyya koobittii isaalle goomolee godhee, lafa inni dhaalu jeedala goomole'eetiif lakkise» jedhe.