Malachi 1:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'ufa isani iluma teesaniini inagartani, duuba AABBO Waaqi, lafa Israeli malele, lafa d'ibileti gudda jettani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin waan kana maraa ija teessaniin argitanii Rabbi biyya Israa'eliitiin achittuu jaba'a! jettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin kolbaan Israa'elii tana ila teessaniin dhaggitanee, ‹Meessaa Israa'eliitiin alattille Mootiin Waan Maraa gudda'a› hin jettan» jedhe.