Malachi 1:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma isani qaalole, aka Waaqi nuu eebisu, nuu kad'ad'a. Eegi isani waan akana kana baaftanifi, inni kad'a teesani isanii d'agaya?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gadoonni! haga waan kana maraa gootaniin maayessa Rabbiin uduu arjummaa kadhattanii inni waan kadhaa keessan isin irraa fudhatu seetanii? waan kanaanillee dogoggorri keessan jedha Waandhi banii maraa
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Isin waan akkasii ana Mootii Waan Maraatiif ciincaa ciincessitanee akka ani isiniif araaramu yoo daadimattane, kun dokonkora keessan.