Malachi 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ha gumi Israeli keesaa nama waan kana tolcheefu baase, nami suni waan gochiti teenna AABBO Waaqa Guddaa baaftu deebie keesa inseeniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan akkanaa kana godhu yoo Waaqa banii maraatii ciincaa dhiyeesse Rabbi banii Israa'elii keessaa isa haa balleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle nama waan akkasii huju kanaaf yoo falmate, yookiin akka inni fudhatama dhaggatu yoo dubbate, yookiin isaaf Mootii Waan Maraa Ka bara baraa ka dada mara ajajuuf kennansa yoo dhikeesse, Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade nama san sanyii Yaaqoobii keessaa balleessuu ti.