Malachi 2:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti d'ibiini isani tolchitani tana. Fulla sorio AABBO Waaqa iti baasani deemtani waatani imimaani bootani, wonti akanatiifi inni waan isani baaftanifi deebie imfud'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akkana gootan; Rabbi ciincaa keessan waan hin fudhanneef hulee ciincaa Rabbii imimmaan booyichaa fi gaddaan dhossitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni dhibiin isin gootanu ammoo addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa imimmaaniin dhixxan; haganaa achi Mootiin Waan Maraa kennansa keessan gammadaan waan isin irraa hin fudhanneef, hin boottan; hin iyyitanille'e.