Malachi 2:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isani waan inni iti deebie waan isani baaftanifi imfud'anneefi gaafattani. Wonti inni dideefi, waan isani kakhu nad'eeni gaafa isani kaima fuutani kakhattaniifi ch'absitanifi. Nad'eeni suni teesani, ammo isani yayu kakhu worraati kakhattani ch'absitani, ato Waaqa durati, Aka dansaa isi finna jettanile.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin, «Inni maaf ciincaa keenna hin fudhanne?» jettanii gaafattan; wonti Rabbi ciincaa keessan fudhatuu diduuf haawwota manaa teessan ta ganamaa amanamummaa waadaa hennaa jaalalaa waan diiddaniif; Rabbi jidduu keessanitti ragaa keessan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin «Kun maaf te'a?» jettanee gaafatan; isin waa'ela teessan ta teetee muttaaraa teessaniif addatamuu waan dhaddaneef tun teete; Mootiin Waan Maraa isinii fi muttaaraa teessan oddu'utti dhugaa bayaa te'eeraayyu.