Malachi 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Israeli waan jed'u, Anini d'iirsafi niiti wollakiftu diqole imfed'u. Nama tokole ka nad'eeni dabse ufi jalaa baasu diqole indandau. Tanaafi ufi eegad'a, kakhu teesani inch'absina, nad'eeni teesani jabeesa fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani wol hiikuu abbaa manaatii fi haadha manaa hin jibba; nama akka nama uffata uffateetitti uf dhossu nama hujii dharaatiin uf dhossu hin jibba; kanaafuu amanamuu dhabuu keessan irraa uf eegaa'a» jedha Rabbi Waandhi Israa'elii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, «Ani nama niitii ifii lakkisu jibba; ani akka nama woyaa akka kaso'oon uffatuu nama waan hantuu godhulle jibba; tanaaf ifi eeggadha'a; addatamummaalle hin dhabina'a!» jedha.