Malachi 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wold'aqisa kiyya keesa anini ya hormaatafi nagaya kakhad'eefi, ammalle waan kana la kenneefi, aka worri naa saalfatu. Bara suni worri naa saalfate na sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaan ani isaanii gale waadaa nagayaatii fi ka jireennaati; akkasuma isaan ana kabajjuun giddi'i; isaan ana sodaata'aa maqaa kiyya kabajja'aa jiraataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gondooroon tiyya ta isa woliin godhe sun gondooroo jiru'uu fi nageyaa ti; tana akka inni na ulfeessu isaaf kenne; innille na sodaatee maqaa kiyya ulfeesse.