Malachi 2:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'araniti, waan d'uga barsiise, nagayafi qajeelumaani na woliini tae. Worri ufi ch'alla waan d'ara illakimne ammo biyya hafte taanile hameenna iraa deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan dhugaa barsiisan; arraba isaanii irra sobni hin jiru; isaan na woliin fayyaalumma'aan jiraataniiran; isaan namoota baay'ee barsiisanii badii irraa deebisaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barsiisa dhuga'aa barsiise; dubbiin dabaa afaan isaa keessaa hin baane. Inni nageyaa fi qajeelumma'aan na woliin le'ee, namoota hedduu yakkaa irraa deebiseera.