Malachi 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka Waaqa aka d'ugaa beekhani qaaloleeti nama barsiisu male. Biyyiti aka fed'i tiyya barattu ha gara worra yaatu; wonti akanatiifi worri ergattu AABBO Waaqa Gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi ergamaa Waaqa banii maraa waan ta'eef, baniinillee waan beekkumsa isa irraa barbaadaniif arrabni gadichaa beekkumsaan dubbatuu barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi beekkumsa dhuga'aa hin eega; inni ergamaa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadee waan te'eef, nami afaan isaa keessaa barumsa hin barbaada.