Malachi 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini ergattu tiyya erga, ta kara naa mid'aasitu. Duuba AABBO Waaqi ka isani barbaaddani tassa Mana isaa ka eebati d'ufa. Ergattuni isani guddo eeddani d'ufte, wold'aqisa kiyya odeesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Ani karaa kiyya akka qopheessu ergamaa kiyya hin erga; gooftaan isin barbaaddan dimmaa gara mana woyyumma'aa dhufa; ergamaan waada'aa ka isin itti gammaddan dhugamaan hin dhufa»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Kunoo, ani ergamaa kiyya ka karaa naaf qopheessu ifiin dura erga; dedhuma Goottaan isin barbaaddanu sun gara Galma ifii hin dhufa; kunoo, ergamaan waadaan galame ka isin halchitanu sun hin dhufa» jedha.