Malachi 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani namu waan Waaqaa baasu maltani tokole inhambisina, Mana Waaqatini koota, aka sagaleeni hedduuni achi jiraattu. Duuba AABBO Waaqi waan jed'u, Na ilaalad'a, inagartani, aka anini gubba bane eeba tiyya, ta muumme inqamne, isanii buusu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka mana kiyya woyyuu keessa eebbi baay'atu kennaa kudhan keessaa tokko maraa gootaraa kiyyatti galchaa'a; isin waan kana yoo gootan, ani ammo foddaa sami'ii banee yoo eebba mishaa maraa guddisee isinii kennuu baadhe kanaan na qoruu hin dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana kiyya keessa sagaleen akka jiraattuuf kudhan keessaa tokko guutumatti gootaraa kiyyatti galcha'a! Ani foddaa ol-gubba'aa banee, eebba irraan dhangala'u yoo gad isiniif jissuu dhabaadhe na ilaala'a!