Malachi 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini raamo mid'aani keesani balleesu d'owe, zabibu teesanile mid'aaniini qaqaarisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka midhaan keessan raammoon hin nyaanne dhoogga; biqiltuun woyini'ii keessan daraaraa malee hin hafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Corroxxi adda addaa midhaan keessan akka hin balleessine ani hin xixa; fichaa keessan keessaa muki woyni'ii keessan ka midhaan dhabe hin te'u.