Malachi 3:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gochiti ch'ufti, Worra eebaa jette isani yaamti, waan lafti teesani lafa dansa finna qabdu taatuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa baniin maruu isiniin banii eebbifame jedhanii isin waaman» ka waan kana dubbate ana Waaqa banii maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin biyya nama gammachiittu keessa waan leetanuuf gosi biyya adda addaa martinuu, ‹Isin worra eebbifame› isiniin jedhan.