Malachi 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woni isani jettani, Hujiini nu Waaqaa hojannu woma nuu imbaatu. Maal nuu baati, yo waan Waaqi fed'u tolchine, yokhaani ch'eera keenna AABBO Waaqa Gudda garsiimne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ‹Rabbiin tajaajiluun duwwa'a; ajaja isaa eegu'uu fi akka worra gaddanii Waaqa banii maraa afoo deddeebi'uun maal nu fayyada?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin, ‹Waaqa tajaajiluun bu'aa hin qabu; akka worra gaddaneetitti fuula Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara dande'u dura deddeebi'aa adoo jirruu, waan inni ajaje eeguun keenna maan wo nuu baati?