Malachi 3:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nu agarru, worri gammachu qabu worra ufi saade ufi olfuud'e, nami waan hamtu tolchu hori ch'alla inhoratu ammo waan hamtu tolchu suniini Waaqa ilaalate duraa baha jettani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu amma akka arga'aarrutti worri waan hamaa hojjatan hiree qaban; dhugamaan isaan qanani'iin jiraatan; isaan Rabbiinuu qora'aa rakkoon isaan irra hin gawu› jedha'aa dubbattan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma dhagginu, worri koorameeyyiin gammada qaban; worri hantuu hujuu badhaadhiisa callaa adoo hin te'in, yennaa Waaqa haga ilaalanulle rakkoon isaan hin dhaqqaddu› jettan» jedha.