Malachi 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani biyyiti AABBO Waaqa d'eetu woliini haasoofte, AABBO Waaqi waan worri jed'e ch'aqase dubbi worraa d'agaye. Isa durati kitaaba toko t'aafani, ka waan worra AABBO Waaqa d'eete isaa saalfatule, keesati t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namoonni Rabbiin kabajjan woliin mari'atan; Rabbillee seeraan isaanii caqase; yaadannoon namoota Rabbiin sodaataniitii fi maqaa isaa kabajjanii kitaaba keessatti barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri Mootii Waan Maraa sodaatu woliin dudubbatane; Mootiin Waan Maraa isaan caqasee, waan isaan dudubbatane dhage'e; kitaab dabarsii marroo worra isa sodaatanuutii fi worra maqaa isaa ulfeessanuu, fuula isaa duratti barreeffame.